Namni bilbila nu harkaa fuudhe tokko akkamiin passwordi'social media' keenya beekuu danda'a?Barnoota arraa keessatti Paaswardii miidiyaa keenyaa karaa ittiin hatamuu danda'uu fi erga akka tasaa nu jalaa hatamee akkamiin deebifachuu akka dandeenyu bareechinee ilaalla.Barreeffama kana guutuu dubbisuun akka na wajji turtan abdiin qaba.Nama waliin jiraattan ta'uu danda'a ykn yeroo isin bilbila faayyadamtan kan isin cinaa taa'ee ilaalu ta'uu danda'a.namni kun Patterni bilbila keessanii yoo beeke,bilbila keessan harkaan qabannaan dafee gara 'Google Chrome' seena.achi booda email fi passWordi kan Facebookfi website adda addaa ittin faayyadamaa turtan kan Chrome 'save' godhee qabate hunda baasee fudhachuu danda'a.Kanaa takka carraa bilbila keessan yoo namattilaattan namni sun pattern keessan beekataanaan password fi email keessan hundagalmeeffatee booda akka fedha isaaittifaayyadamuu danda'a.
Bilbila keenya nama agarre hundattikennuu dhiisuu.Pattern fi Passwordii yeroo yeroon jijiirachuu, akkasumas jabaa(strong) godhachuu.Faayiloota yoo badan akka malee numiidhuu danda'an kararraa maqsuu.Aappii murteessoo ta'an (Gmail,chrome, Gallery, Message, Facebook) fi kkf. hundatti "Applocker faayyadamuun Passwordii itti godhachuu.Faayiloota yoo badan akka malee numiidhuu danda'an kararraa maqsuu.Aappii murteessoo ta'an (Gmail,chrome, Gallery, Message, Facebook) fi kkf. hundatti "Applocker faayyadamuun Passwordii itti godhachuu.Siim kaardii jabeeffachuu, SMS nuuf ergamu hunda too'achuu.Bilbila keenya mana suphaageessinee biraa fagaachuu dhiisuu ykn mana suphaa amannu qofaatti gargaaramuu.Bilbilli keenya amala addaa yoo nuttifide 'Format gochuun akka haarayatti eegalchisuun ittifaayyadamuu.Akkasuma miidiyaa keenya irrattiFaayiloota yoo badan akka malee numiidhuu danda'an kararraa maqsuu.Aappii murteessoo ta'an (Gmail,chrome, Gallery, Message, Facebook) fi kkf. hundatti "Applocker faayyadamuun Passwordii itti godhachuu.Siim kaardii jabeeffachuu, SMS nuuf ergamu hunda too'achuu.Bilbila keenya mana suphaageessinee biraa fagaachuu dhiisuu ykn mana suphaa amannu qofaatti gargaaramuu.Bilbilli keenya amala addaa yoo nuttifide 'Format gochuun akka haarayatti eegalchisuun ittifaayyadamuu.Akkasuma miidiyaa keenya irratti yeroo mara Paaswardii isa lamadaa ykn 'two factor authentication ' irratti hidhachuu qabna.Kana akkaataa ittiin godhannu viidiyoo armaan gadii keessaa ni bartu
Dabalataan Oddeeffannoo technology baruuf karaa telegramii keenyaan linki armaan gadi cuqasuun join gochuun nu hordofaaAs CuqaasaaWeebsaayitiin kiyya kun yoo isinitti tole share godhuun namoota biroo fayyadaaBarnootaan qabadhee isiniif dhufu yoo qabaattan comment as jalatti naaf kaayaa
Paaswordiin Keenya Akkamiin Hatamuu Danda'a?
Namni bilbila nu harkaa fuudhe tokko akkamiin passwordi 'social media' keenya beekuu danda'a?
Barnoota arraa keessatti Paaswordii miidiyaa keenyaa karaa ittiin hatamuu danda'uu fi erga akka tasaa nu jalaa hatamee akkamiin deebifachuu akka dandeenyu bareechinee ilaalla.
Barreeffama kana guutuu dubbisuun akka na wajji turtan abdiin qaba.

Akkaata Password Keenya Ittiin Hatamu
Namni waliin jiraattan ta'uu danda'a ykn yeroo isin bilbila faayyadamtan kan isin cinaa taa'ee ilaalu ta'uu danda'a.
Namni kun Patterni bilbila keessanii yoo beeke, bilbila keessan harkaan qabannaan dafee gara 'Google Chrome' seena.
Achi booda email fi passwordi kan Facebook fi website adda addaa ittiin faayyadamaa turtan kan Chrome 'save' godhee qabate hunda baasee fudhachuu danda'a.
Carraa bilbila keessan yoo namatti laattan, namni sun pattern keessan beekataanaan password fi email keessan hundagalmeeffatee akka fedha isaa itti faayyadamuu danda'a.

Akkaata Ittiin Of Ittisnu
Bilbila keenya nama agarre hundatti kennuu dhiisuu.
Pattern fi Passwordii yeroo yeroon jijiirachuu, akkasumas jabaa (strong) godhachuu.
Faayiloota yoo badan akka malee nu miidhuu danda'an kararraa maqsuu.
Aappii murteessoo ta'an (Gmail, Chrome, Gallery, Message, Facebook, fi kkf.) hundatti "Applocker" faayyadamuun password itti godhachuu.
Siim kaardii jabeeffachuu, SMS nuuf ergamu hunda too'achuu.
Bilbila keenya mana suphaa geessinee biraa fagaachuu dhiisuu ykn mana suphaa amannu qofaatti gargaaramuu.
Bilbilli keenya amala addaa yoo nuttifide, format gochuun akka haarayatti eegaluun itti faayyadamuu.
Sooshiyaal miidiyaa keenya irratti yeroo mara paaswordii isa lamadaa ykn "Two-Factor Authentication" irratti hidhachuu qabna.
Kana akkaataa ittiin godhannu viidiyoo armaan gadii keessaa ni bartu.
Dabalataan, odeeffannoo technology baruuf karaa Telegramii keenyaan linki armaan gadi cuqasuun join gochuun nu hordofaa.

Goolabbii
Walumaa galatti sooshiyaal miidiyaa keenya kanneen akka YouTube, Facebook, akkasumas miidiyaalee kamuu too'achuuf lakkoofsa bilbila fi email keenya akka tasaallee nama kamiifuu dabarsuu hin qabnu. Yoo akka tasaa bilbillli keenya nu jalaa fuudhame immoo hatattaamaan gara iddo masmaraa irraa bilbila bitne deemuun masmaricha cufsiisuun dirqama.
Galatoomaa!

2 Comments
Jabaadhu
ReplyDeleteGalatoomi qaalii
ReplyDelete