waan si ajaa'ibsiisaa immoo Hiikkaa fi akkaataa itti fayyadama jacha kanaa beekuun Galii kee kan sooshiyaal miidiyaa kmirraahuu argattu Dachaa hedduun siif dabaluu dan'da'a. akkamitti kan ja'u immoo Maalummaa CPM fi RPM walduraa duubaan erga barree waliin ilaalla.
barreeffama Kana keessatti Maalummaa CPM fi RPM hiikkaa isaa irraa eegaluun Akkaataa ittti fayyadama isaa waliin ilaalla. Mee haa eegallu.
CPM jachuun Maali?
CPM jachi ja'u jacha Afaan ingiliffaa Cost Per Malie ja'u irraa dhufe, MILE jachi jadhu immoo jacha Laatiinii akka 'Kuma' Jachuuti. innis immoo Qabiyyee ati karaa sooshiyaal miidiyaa kee maxxansituun Beeksisa irratti dhufu irratti hundaa'uun, Beksifattoonni Daawwattoota 1000f hagam kafaluu akka qaban Kan Mullisuudha.
fakkeenyaaf namni Beeksisufatu ykn immoo Beeksisaan tokko CPM $10 yoo kafale, Qabiyyee ati Maxxansuun Beeksisni achirratti argamu irratti hundaa'uun Beeksisaan kun fedhii $10 kafaluu qabaachuu isaa Mullisa.

CPM shallaguuf Foormulaa Mataa isaa qaba :
CPM=TotalADSpend/TotalImpression x 1000.
Kanaafuu waliigalaa tokko Doolaara $500 yoo kan baasisiisu tahe, Beeksisini isaanii immoo Yaada 100,000 argate jachuudha.kana jachuun, Beeksisaan kun Impression kuma tokkoof (1000)f Doolaara $5 kafalaa Jira jachuudha.
RPM jachuun hoo Maali?
RPM jachuuniis Jacha Afaan ingiliffaa Revenue Per Mile ja'amu irraa kan fudhame ykn iddo Bu'aa isaa gabaajeen kan kaawwame yoo tahu, innis waltajjiiwwan akka YouTube, Website ykn Marsariitii irratti daawwattoota 1000 irratti Hagam akka argattu agarsiisa.
innis akkuma CPM Foormulaa mataa isaa Qaba.
RPM=TotalEraning/TotalViews x 1000
innis akkuma CPM Foormulaa mataa isaa Qaba.
RPM=TotalEraning/TotalViews x 1000
Garaagarummaa CPM fi RPM
CPM ( Cost Per Male ) : Doolaara ykn Maallaqa Beeksisaan tokko Daawwattoota Kuma takka irratti Ads Agarsiiftuu ( Impresion ) irratti Kafaluudha.
RPM ( revenue Per Mile ) : Maallaqa ati dhugumaan Argattuudha. yeroo sooshiyaal miidiyaa keetiin qabiyyee maxxansuun Daawwattoota 1000 irratti kafaltii argattuudha.
fakkeenyaaf Yoo qabiyyee maxxansuun doolaara $200 argatte, Daawwattoota 50,000 waan argatteef RPM kee immoo $4 taha jachuudha.
Gabaabumatti Yoo Ilaalli Immoo :

CPM = Maallaqa Advertiser ykn Beeksisaan Kafalu yoo tahu,
RPM = Maallaqa ati harka Keetiin argattuudha.
Amma immoo isaan kana irraa akkamiin Galii Dacjhaa akka argachuu dandeenyuu fi maal gdhuu akka qabnu waliin ilaalla.
RPM = Maallaqa ati harka Keetiin argattuudha.
Amma immoo isaan kana irraa akkamiin Galii Dacjhaa akka argachuu dandeenyuu fi maal gdhuu akka qabnu waliin ilaalla.
Faayidaawwan CPM fi RPM
Nama itti fayyadamuu beekuuf Wantoonni lameen kun baayyee faayida qabeessoodha.
garuu Faayidaa Guddaa irraa argachuuf mala isaa lameenuu beekuun baayyee barbaachisaadha.
fakkeenyaaf warra CPM laanaa qaban ni jiru, isaan immoo Niche ykn mata duree kee irratti hundaa'u
yoo Niche yn mata dureen ati fayyadamaa jihrtu kanneen akka Teeknooloojii, Crypto How to ake money online, insurance fi Kanneen akka Bussiness Hijjachuu tahe, namoota kaan Caaaa Dachaa Hedduun siif kafala javchuudha.

Goolaba
Walumaa galatti CPM fi RPM Namoota Iccitii armaan Olii Beekaniif baayyee bu'aa qabeessa taha, Garuu Waarroota Komodii fi Wantoota Nama Bohaarsan Hojjataniif Baayyee Gad aanaa ( lowest CPM ) warra Ja'amaniidha, Kanaafuu Niche Ykn Mata Duree Gaarii filachuun karaa ittin CPM olaanaa argannuudha, CPM kee olaanaa taanaan Galii kees akkasumaan Dabala.
Galatoomaa!!!!!!
Galatoomaa!!!!!!
0 Comments