Memory Corrupt Taate Akkamiin Sirreessina?


Namoonni baay'een yeroo memory card isaanii badde ykn immoo corrupt tahuun akka hin hojjanne taate kallattumaan gara qushaashaa darbu. Guyyaa arraa, memory haala saniin badde ykn corrupt taate karaa salphaa taheen akkamiin akka itti sirreessan isiniif ibsina.

Barreeffama kana gaaffii namoota baayyee karaa YouTube kiyyaan nagaafataniif fi akkasumas karaa sooshiyaal miidiyaa kiyyaa naaf dhiyaatan irratti hundaa'uun, gaafii keessan bifa sirrii taheen isiniif dhiheesseera. Kanaaf, barreeffama armaan gadii istep by istep hordofaa!

Hojjechuu dhabuu Memory Card ykn Corrupt kan isiin jalaa ta'e "MEMORY CARD" akkamin sirressina?

Namoonni hedduun yeroo memory card keenya irra rakkoon dhufe, kallattumaan gatu. Haa ta'uu malee, memory card keenya irra kamiyyuu yoo rakkoon irratti mudate, keessumaa yoo corrupt taatee hojjachuu dadhabde, sirreeffachuun ni danda’ama.

Haala armaan gadii kanaan memory card keenya corrupt taate sirreeffachuu dandeenya:

Isteeppiiwwan Armaan Gadii Sirritti Hordofaa

Step 1:

Memory keessan reader fayyadamuun kompuutaraatti suuqaa. Kana jechuun flash disk ykn card reader fayyadamuun computer keessan irratti fe’uun barbaachisaadha.

Step 2:

Sana booda "My Computer" ykn "This PC" keessa seenuun akka memory keessan dubbise ilaalaa.

Step 3:

Sana booda "Start Button" tuquun "CMD" jechuun barreessaa. Erga barreesitanii booda "Enter" tuquu.

Step 4:

Sana booda "Command Prompt" erga dhufee booda "DISKPART" osoo gargar hin baasin barreessaa fi "Enter" tuquu.

Step 5:

Sana booda "LIST DISK" jechuun "Enter" tuquu.

Step 6:

Filannoolee dhufan keessaa lakkoofsa memory card keessanii argattu. "DISK 0" kan system ykn computer keessaniiti. Memory card keessan garu "DISK 1" ykn isa biraa ta'uu mala.

Step 7:

Sana booda "SELECT DISK (disk_number)" jechuun "Enter" tuquu. Fakkeenyaaf, yoo memory card keessan DISK 1 ta’e, "SELECT DISK 1" jechuun galchaa.

Step 8:

Sana booda "CLEAN" jechuun "Enter" tuquu.

Step 9:

Sana booda "CREATE PARTITION PRIMARY" jechuun "Enter" tuquu.

Step 10:

Sana booda "ACTIVE" jechuun "Enter" tuquu.

Step 11:

Sana booda "FORMAT FS=NTFS QUICK" jechuun "Enter" tuquu.

Step 12:

Sana booda memory keessan format ta’a. Amman inni lakka’ee xumurutti eega.

Haala kanaan, memory card keenya kan nu jalaa corrupt tahe sirreeffachuu dandeenya.



Namoonni hedduun Yeroo Memory Card keenya irra rakkoon dhufe kallattumaan gatu.

Haa ta'uu malee Memory Card keenya irra kamiyyuu yoo dhufe keessahuu Corrupt taatee hojjachuu dhabuu yerii hedduu irratti mullata

Haala armaan gadii kanaan Memory keenya Corrupt nu jalaa tahe sirreeffachuu dandeenya.

Isteeppiiwwan armaan gadii sirritti hordofaa

Step 1. 
Memory keessan reader fayyadamuun kompuutaraatti suuqu. 

Kana yoo jannu haala armaan gadii kanaan filaashiis tahee kallattumaan gara Computer keenyaa naqna.


Step 2. Sana booda "My Computer" ykn "This PC" keessa seenuun akka memory keessan dubbise ilaaltu

Step 3. Sana booda "start button" xuquun "CMD" jechuun eerga barressitani booda "Enter" xuquu. 

Step 4. Sana booda "Command Prompt" ergaa dhufee booda DISKART" os00 gargar hin baasin barreessuun Enter" xuquu. 

Step 5. Sana booda LIST DISK" jechuun "Enter" xuquu. 





Step 6. Filannoolee dhufan keessaa lakkoosfa memory card keessani ni argitu. "DISK 0" kan sytem ykn kopuutara keessaniti. 



Step 7. Sana booda "SELECT DISK (disk_number)" jechuun Enter" xuquu. 

Step 8. Sana booda "CLEAR" jechuun "Enter" xuquu. 

Step 9. Sana booda "CREATE PARTITION PRIMARY" jechuun Enter" xuquu. 

Step 10. Sana booda "ACTIVE" jechuun "Enter xuquu. 




Step 11. Sana booda FORMAT FS=NTFS QUICK" jechuun Enter" xuquu. 
Step 12. Sana booda memory n keessan format ta'a. amman inni lakka'ee xumurutti eega. 
Haala kanaan Memory Card keenya kan nu jalaa Corrupt tahe sirreeffachuu dandeenya.

Barreeffamni kun yoo isin fayyade namoota biroof dabarsuu hin dagatinaa!!
Akka irraa gammaddan abdiin qaba.

Ofii keessan qofaa dubbistanii hin dhiisina hiriyaa, firoota fi uummata keessanif share godha!! 
share godha!! share godha!!


Fakkeenya Lameen

Karaa lamaan memory card keessan sirreeffachuu dandeessu:

  1. Computer Keessatti Format Godhuun: Memory card keessan computer irratti suuqaa, Right Click gochuun Format filadhaa.

  2. Software Addaa Fayadamuun: Software akka "EaseUS Partition Master" fi "HDD Low Level Format Tool" fayyadamuun sirreeffachuu dandeessu.

Ittisa Rakkoo Memory Card Corrupt ta'uu

  • Memory card keessan yeroo bilbilaa keessaa baastan unmount gochuu dhiisaa.

  • Computer irratti yeroo fe'attan, safely remove hardware godhaa.

  • Memory card keessan irratti antivirus sirrii fayyadamaa.

Barreeffamni Kun Yoo Isin Fayyade, Namoota Biroof Dabarsaa!

Barreeffamni kun yoo isin fayyade namoota biroof dabarsuu hin dagatinaa! Akka irraa gammaddan abdiin qaba.

Ofii keessan qofaa dubbistanii hin dhiisina! Hiriyaa, firoota fi uummata keessaniif share godhaa!!

Karaa sooshiyaal miidiyaa kiyyaa kan viidiyoon armaan gadiitti isiniif kaaye kana seentanii subscribe gochuu fi like gochuu hin dagatinaa. Waan hedduu irraa argattu.

Galatoomaa!!



Post a Comment

4 Comments