Paaswardiin keenya akkamiin hatamuu danda'a? Murre-Tips

Paaswardiin keenya akkamiin hatamuu danda'a? Murre-Tips

Namni bilbila nu harkaa fuudhe tokko akkamiin passwordi'social media' keenya beekuu danda'a?
Barnoota arraa keessatti Paaswardii miidiyaa keenyaa karaa ittiin hatamuu danda'uu fi erga akka tasaa nu jalaa hatamee akkamiin deebifachuu akka dandeenyu bareechinee ilaalla.
Barreeffama kana guutuu dubbisuun akka na wajji turtan abdiin qaba.
Nama waliin jiraattan ta'uu danda'a ykn yeroo isin bilbila faayyadamtan kan isin cinaa taa'ee ilaalu ta'uu danda'a.
namni kun Patterni bilbila keessanii yoo beeke,bilbila keessan harkaan qabannaan dafee gara 'Google Chrome' seena.
achi booda email fi passWordi kan Facebook
fi website adda addaa ittin faayyadamaa turtan kan Chrome 'save' godhee qabate hunda baasee fudhachuu danda'a.
Kanaa takka carraa bilbila keessan yoo namattilaattan namni sun pattern keessan beekataanaan password fi email keessan hundagalmeeffatee booda akka fedha isaa
ittifaayyadamuu danda'a.

Bilbila keenya nama agarre hundattikennuu dhiisuu.
Pattern fi Passwordii yeroo yeroon jijiirachuu, akkasumas jabaa(strong) godhachuu.
Faayiloota yoo badan akka malee numiidhuu danda'an kararraa maqsuu.Aappii murteessoo ta'an (Gmail,chrome, Gallery, Message, Facebook) fi kkf. hundatti "Applocker faayyadamuun Passwordii itti godhachuu.

Siim kaardii jabeeffachuu, SMS nuuf ergamu hunda too'achuu.
Bilbila keenya mana suphaageessinee biraa fagaachuu dhiisuu ykn mana suphaa amannu qofaatti gargaaramuu.
Bilbilli keenya amala addaa yoo nuttifide 'Format gochuun akka haarayatti eegalchisuun ittifaayyadamuu.
Akkasuma miidiyaa keenya irratti

Akkasuma miidiyaa keenya irratti yeroo mara Paaswardii isa lamadaa ykn 'two factor authentication ' irratti hidhachuu qabna.
Kana akkaataa ittiin godhannu viidiyoo armaan gadii keessaa ni bartu

Dabalataan Oddeeffannoo technology baruuf karaa telegramii keenyaan linki armaan gadi cuqasuun join gochuun nu hordofaa
As Cuqaasaa
Weebsaayitiin kiyya kun yoo isinitti tole share godhuun namoota biroo fayyadaaBarnootaan qabadhee isiniif dhufu yoo qabaattan comment as jalatti naaf kaayaa 

Goolabbii

Walumaa galatti sooshiyaal miidiyaa keenya kanneen akka youtube,facebook,akkasumas miiidiyaalee kamuu too'achuuf lakkoofsa bilbuilaa fi email keenya akka tasaallee nama kamiifuu dabarsuu hin qabnu, yoo akka tasaa bilbillli keenya nu jalaa fuudhame immoo hatattaamaan gara idddo masmara irraa binnee deemuudhaan masmaricha cufsiisuun dirqama.

Galatoomaa!!

Post a Comment

2 Comments